Xurree ittiin seenan

Breaking News

Vaayiresiin Koronaa Guyaa Dhibee Busaa Afriikaa Keessaa Irraa Ilaalcha Jiru Maqse 

A health service worker takes a blood sample for a malaria test in Dajabon, Dominican Republic, on the border with Haiti, Oct. 6, 2009. A test that doesn't require a needle or blood has won the Africa Prize for Engineering Innovation.

Weerarri vaayiresii koronaa, dhibeen busaa ardittii keessaa namoota hedduu galaafatus waggaa kana Caamsaa 25 kan kabajamu guyyaa dhibee busaa addunyaa keessaaf ilaalcha jiru haguugee jira.

Jarmayaa fayyaa addunyaa akka jedhetti Bara 2018 keessa lammiiwwan Afriikaa 380,000 ta'antu dhibee busaan du'an.

Faallaa isaa immoo hanga ammaatti Afriikaa keessaa namoonni vaayiresii koronaan qabamuun du'an 1,200. Hayyoonni eegumsa fayyaa dhibeen COVID 19 caasaa eegumsa fayyaa Afriikaa duruu dadhabaa ta'e daran miidhuu akka hin qabaanne walii galanii jiru.

Vaayiresiin Koronaa Guyaa Dhibee Busaa Afriikaa Keessaa Irraa Ilaalcha Jiru Maqse
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:23 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG