NAYIROOBII —
Angawoonni Waajjira fayyaa Godina Booranaa ogeeyyiin fayyaa naannoo shanii nama dhibee kooronaan qabamee Mooyyaletti adda bahee ture sirriitti utuu hin qoratin lakkisuu komatan.
Rooba Dheengee Itti gaafatamaan Qajeelcha Fayyaa Godina Booranaa ogeeyyiin kun utuu bu’aan qorannaa nama dhibee kanaan qabamee hin deebiyin jimaata darbe kana nama kana gara Hawaasaatti erguu dubbatan.
Hojjetaan waajjira fayyaa naannoo Somaalee wanni kun dogongoraan ta'e jedhuu; Galmoo Daawit dabalata qaba.