FINFINNEE —
Itiyoophiyaa keessatti sa’aatii digdamii 24 darbre keessatti namoota 1843 irratti qorannaan laaboraatorii COVID 19 taasifame keessaa namoota 25 irratti Vaayrasiichi Koroonaa argamuu isaa Ministiriin Fayyaa Itiyoophiyaahar’a beeksisee jira.
Lakkoobsi kun eega Koronaan Itiyoophiyaa seenee isa guddaa tahuun galmeessamee jira.
Gabaasaa guutuu caqasaa