AMBOO, WAASHINGITAN, DIISII —
Ajjeesamuu artistii beekamaa fi jaallatamaa Haacaalaa Hundeessaatti aanaa mormiwwan geggeessamanii fi tajaajilawwan cufamanii booda amma haalli jiru wayyaa’uu dubbatan jiraattonnii fi aangawoonni mootummaa.
Garuu, Qellem Wallaggaa, Wallagga LIxaa fi Wallagga Bahaa keessatti miseensonni dhaabota mormituu fi namoonni kaan hidhamuu jiraattonni VOAtti himanii jiran.
Gaaffii fi deebii gabaasaa VOA waliin gegggeessine caqasaa.