Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiwwan Itiyoophiyaa Har'a Washington DC Keessatti Hiriiranii Jiru


Koreen" Save Ethiopia" ykn Itiyoophiyaa olchaa jedhamuun hiriirri gaggeeffame kun jeequumsa dhiyeenya kana kana biyya keessatti uumameen kanneen midhaman haqnii isaanii haa eegamu, akkasumas tokkummaa Itiyoophiyaaf deggersa goona kan jedhu ture.

Ibsii koreen qindeessituun hiriiricha baasee akka jedhutti hirirrii kun mummicha ministeera Itiyoophiyaa Aniyyi Ahmadiif deggersa qaban dhageesisuuf ta'u ibsee jira.

XS
SM
MD
LG