AMBOO —
Leencoo Fiqiruu jedhama. Daayirektaroota viidiyoo muuziqaa Afaan Oromoo wagggoota muraasaa as beekamaa dhufan keessaa isa tokko.
Sirboota Afaan Oromoo suur-sagaleen qiqindeeffaman akka “Chim chim goona, Waa Hoyyee, Simbirroo, Muquxxaayee fi kanneen biroon daawwattoota biratti baay’ee jaallatama, qindeesse - Leencoon.
Fuulduratti, Akkaadaamii Aartii banuudhaaf akka mul’ata qaba. Leencoo Fiqiruu fi hiriyoota isaa keessaa haga tokko haasofsiisee jirra.
Guutummaa isaa caqasaa