WAASHINGITAN, DIISII —
Kongreesiin Federaala Oromoo Hagayya 22 bara 2020 ibsa baaseen hogganoota isaa fi miseensoonni isaa hidhaa keessa jiran akka gadhiifaman gaafatee jira.
Kana malees "mootummaan rakkoo siyaasaa mudateef furmaata karaa siyaasaa barbaachuu qaba" jedhee jira.
Mootummaan naannoo Oromiyaa gama isaan kan to'annaa jala oolaa jiran warra yakkaan shakkaman waan ta'eef qoratee murtii kan kennu mana murtiiti jedhee jira.
Gaaffii fi Deebii Gaggeeffame Caqasaa.