ADAAMAA —
Manni murtii olaanaa Godina Shawa Bahaa, dhaddacha magaalaa Adaamaatti taa’een Obbo Lidatuu Ayyaalewu wabii qarshii kuma dhibba tokkoon (100,000) akka hidhaa dhaa bahan muriteessee jira.
Himannaa Obbo Lidatuun irrattii baname ka meeshaa waraanaa seeraan alaa qabaachuu ilaalchisee yaada falmii dhihaate ilaaluuf mannii muritii Fulbaana 20, bara 2013tti beellama qabee jira.
Gabaasaa guutuu caqasaa