ADAAMAA —
Ayyaannia Masqalaa bara kanaa akka ammaan duraatti Addabaabaayitti baanee akka hin kabajne angawoonni Bulchiinsa Magaala Adamaa nu dhorkan jechuun, Waldaan Kiristiyaanotaa Orotodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaatti dameen Buufata Lallabaa Shawaa Bahaa komee dhiheessee jira.
Bulchiinsi Magaala Adamaa immoo gama isaatiin, sababa dhimmaa nageenya ummata keenyaan wali qabatee marii waliin taasifameen hambifame malee dhibbaa addaatiin akka hafu ka taasisame miti, jedha.
Gabaasaa guutuu caqasaa.