FINFINNEE —
Hiriirawwan deggersa Paartii Badhaadhinaa Jimmaa fi Awwadaayitti geggeessaman nagaan ka xumuraman yoo tahu, gama biraan hiriira mormii mootummaa godinaa Baalee, Roobeetti geggeessame irratti namni tokko ajjeefamuun beekamee jira.
Bulchiinsi magaalaa Roobee dhimma kana ilaalchisuun deebii kenneen, ol’aantummaa seeraa kabajchiisuuf jecha tarkaanfiin kun fudhatame, jedhe. Gabaasaa guutuu caqasaa.