Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiwwan Naayjeriyaa Nyaata Yeroo Weerara Dhukkuba Koviid-19 Ka'ame Saaman


Midhaa polisiin dhaqqabsisaa jiru mormuun Naayjeriyaa keessatti mormiin gaggeeffamaa yeroo jiru kanatti hokkara ka'een qabeenya mootummaa saamuun itti fufee jira.

Weerara vaayrasii Koronaa ittisuuf jecha waan hundumtuu cufamee yeroo tureetti gargaarsa nyaataa fi kanneen biroo kuufamanii turan saamamanii jiran.

Kibxta kaleessaa immoo galma guddaa magaalaa Abujaa keessaa kan mootummaan waan adda addaa keessa tuuluu keessaa Ruuza, Sukkaara, Ashaboo fi nyaata biroo saaman.

Saamiinsii wal fakkaataan Sambata darbee gaggeeffamuun gabaafamee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

XS
SM
MD
LG