WAASHINGITAN, DIISII —
Miseensota Paarlaamaa gara dhibba sadii tahan, kanneen biyyoota 19 keessa jiran irratti qorannaan geggeessamu akka agarsiisetti, miidhaalee qaamaa, hookkara quuunnamtii saalaa, dararaa fi hidhaa dabalatee dhiittaan mirga dhala-namaa miseensota paarlaamaa ka garee mormitootaa irratti geggeessamu dabalaa deemuun beekamee jira.
Gabaasaa Liisaa Shilaayin, Jenevaa irraa ergite caqasaa.