ADAAMAA —
Naannoo Oromiyaa bakkaa garagaraatti Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay mormuun hiriirri geggeefame.
Hiriirichi magaalota Oromiyaa 14 fi aanaalee godinoota kudha afurii keessatti ka geggeessame tahuu fi deggersawwan addaa addaas kan irratti taasifaman ta'uu Mootummaan naannoo Oromiyaa ibsee jira.
Gabaasaa guutuu caqasaa.