Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gorsaa Naga Eegumsa Biyyoolesssaa Ameeikafaf Joo Baayideniin Ka Filaman Jeek Suliivaan Lolli Naannoo Tigraay Keessaa Na Yaaddesse Jedhan 


Joo Baayideniif gorsaa nageenya biyyoolessaa ta’uun ka muudaman, Jeek Suliivaan
Joo Baayideniif gorsaa nageenya biyyoolessaa ta’uun ka muudaman, Jeek Suliivaan

Kan bulchiinsa prezidaantii filatamanii Joo Baayideniif gorsaa nageenya biyyoolessaa ta’uun muudaman Jeek Suliivaan tweeter irratti barreessuu dhaan naannoo Maqalee keessatti lola geggeessamaa jiru keessatti hookkara siivilota irratti oofamuuf yakka waraanaa ta’uu danda’u ilaalchisee yaaddoo guddaan qaba jedhan.

Siivilonni eegumsi godhamuufii qaba, gargaarsa namoomaafis karaan banamuu qaba jedhan.

Gareeleen lamaan marii gamtaa Afriikaan qindaa’e battala jalqabuu qabu jedhan.

XS
SM
MD
LG