FINFINNEE —
Tarkaanfiin "seera hojii irra oolchuu"Tigiraay keessatti, sirna heera mootummaa hordofee geggeessamaa jira, jedhu Afaan-yaa’iin Mana-maree Federeeshinii, Adam Faaraa.
Muummichi-ministaraa Abiyyi Ahimad, haala walii-galaa Tigiraay keessa jiru, yeroo itti-aanutti manicha-mareef ka dhiheessan tahuullee dubbatan.
Guyyaan sabaa fi sab-lammootaa bara kanaa, kan waggootaaf maqaa sabaa fi sab-lammootaatiin daldalaa ture gurmuun HIWEHAT injafatamuu isaa tii booda kan ayyaaneffame waan tahe adda isa taasisa, jedhu – Obbo Adam Faaraa.
Gabaasa guutuu caqasaa