WAASHINGITAN, DIISII —
Barattoonni gorsa ogeeyyii fayyaa fi barsiisoota manneen barnootaa isaanii irraa kennamu hojii irra oolchuun adkka Covid 19 irraa of eeggatan Kantiibaa Itti-antuun magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee hubachiisan.
Aadde Adaanech kana kan dubbatan sagantaa barnoota idilee dareetti kennamu sababa COVID 19n addaan citee ture itti fufsiisuuf qophaa'erratti ture.