Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhattonni Gumuuz Haleellaa Geesisan: Mootumma B/N/ Amaaraa


Kamiisa Kaleessaa ganama bulchiinsa Amaaraa kan bulchiinsa naannoo Beneeshangul Gumuuz waliin wal daangeessu irratti kan mootummaan hidhattoota Gumuuzii ittiin jedhe qonnaan bulaa ijoollee isaa lama waliin ture irrti xiyya darbatanii kan jalaa dheessuun miliqan ta'uun ibsamee jira.

Iddoon kun itti gaggeeffamees bulchiinsa naannoo Amaaraa godiina bulchiinsa gosa Awii kan aanaa Gwangaa ganda Moxaa keessatti ta'uun ibsamee jira.

Waajiira polisii aanaa Gwangaa akka ibseetti haleellaa gaggeeffameen miseensoonni humna addaa kan bulchiinsa naannoo Amaaraa 2 ajjeefamanii milishaan naannoo tokko madaa'uun ibsamee jira.

Itti gaafatamaan waajiira Komunikeeshinii bulchiinsa naannoo Beneshaangu Gumuz garu waa'ee halellaa jedhame kanaa hin beeku jedhe.

Gabaasa Asteer Misgaanaaw Baahir Daar irraa ergitee caqasaa.

Hidhattonni Gumuuz Haleellaa Geesisan: Mootumma B/N/ Amaaraa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:45 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

No media source currently available

0:00 29:59 0:00
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p
More
XS
SM
MD
LG