Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoon Sudaan Waliin Qabnu Karaa Nagaan Akka Furamu Barbaanna: Itiyoophiyaa


Dubbii himaa ministrii haajaa alaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Dinaa Muftii
Dubbii himaa ministrii haajaa alaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Dinaa Muftii

Muddamsii daangaa Itiyoophiyaa fi Sudaan irra turee yeroo ammaa kan laaffatee ta'uus humnootiin Sudaan daangaa Itiyoophiyaa ce'anii seenuun lafa qabachuu isaanii ministriin dantaa alaa Itiyoophiyaa beeksisee jira.

Weerara Sudaan kan kan leellisan namoonni siyaasaa fi waraanaa kan Sudaan jiraatan iyyu, naannoo sanaa fi Itiyoophiyaa keessa tasgabiin akka hin jiraanneef kanneen fedhan qaamnii sadaffaan akka jiran akkasumas dhiibaa kan jiran ta'u dubbii himaan ministrii haajaa alaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Dinaa Muftii ibsanii jiru.

Gabaasa Mallaskaachoo Ammahaa ergee Caqasaa.

Rakkoon Sudaan Waliin Qabnu Karaa Nagaan Akka Furamu Barbaanna: Itiyoophiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:56 0:00


XS
SM
MD
LG