Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barsiisaa Yunivarsitii Hojii Isaa Maddiitti Hawaasa Waliin Ta’uun Riqichawwan Shantamaa Ol Ijaaran


Doktor Kanaan Ambalam
Doktor Kanaan Ambalam

Dhalataan biyya Hindii, Doktor Kanaan Ambalam, hojii barsiisuu dhaa ala hojii rakkoo hawaasaa furutti bobba’anii jiru. Yunivarsiitii Wallaggaa Keessatti waggoota 12 tahaniif barsiisan, Dr Ambalam.

Hojii barsiisummaa isaanii biratti Godinaalee Wallaggaa fi Godina Gujii gama Lixaatti keessatti hawaasa waliin tahuun piroojektiiwwan riqichaa 56 fi bishaan dhugaatii qulqulluu 30 ol hojjachuu isaanii VOAtti dubbatan.

Barattootni koo waan yaad-rimeen baratan akka hojiin mul’isanin barbaada, jedhu.

Naakoor Malkaatu Dr. Ambalaam fi namoota isaan beekan akkasumas hawaasa keessaa dubbisuun gabaase.

Guutummaa gabaasichaa caqasaa

Barsiisaa Yunivarsitii Hojii Isaa Maddiitti Hawaasa Waliin Ta’uun Riqichawwan Shantamaa Ol Ijaaran
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:51 0:00


XS
SM
MD
LG