Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hokkara Gaggeeffame Booda Kongrasiin biyyatti Joo Baaydin Filannoo Injifachuu Raggaasiisee Jira


Haasawa Prezidaant Traamp godhan irraa kan ka’e deggertoonni prezidaantichaa kuma hedduutti lakkaawaman Robii kaleessa akka seera-tumtoonni biyyattii filannoo garagalchan dhiibbaa gochuuf jecha waajira mana-maree biyyattiitti humnaan girrisanii seenuun, jeeqama kaasan.

Manni-maree Yunaayitid Isteetis garuu kaleessa galgala wal gahuudhaan, Joo Baayiden filannoo biyyattii injifachuu isaanii sirna raggaasisu geggeesuu itti fufee jira.

Hokkara Waajiira Mana Maree Yunaaytid Isteetes Irratti Gaggeeffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:58 0:00

Halkan guutuu marii itti fufanii sagalee miseensoonni paartii kennan eega lakka'anii bood dhuma irratti Joo Baayiden filannoo biyyattii injifachuu isaanii mirkaneessanii jiru.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Hokkara Kaleessa Waajiira Mana Maree Yunaaytid Isteetesti Gaggeeffame Sana Booda Kongrasiin biyyatti Joo Baaydin Filannoo Injifachuu Raggaasiisee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:25 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG