Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaan Waashingtan Dii Sii Labsii Yeroo Hatattamaa Jala Turti


Faayilii - Hiriira deeggartoota pirezdaant Traamp, Waashingitan, Diisii
Faayilii - Hiriira deeggartoota pirezdaant Traamp, Waashingitan, Diisii

Naannoo Mana Maree Yunaaytis Isteetesti Eegumsii Jabaatee Jira.Warrii prezidaant Traamp deggeran mana marii bakka bu'oota uummataa eega cabsanii seenanii seera-tumtoonni bakka tokkotti itti cufamee booda eegumsii jabaatee jira.

Dallaan akka namnii gara gamoo sanaatti hin dabarree ittisu kan ka'ame yoo ta'u poliisonni daandiiwwan irratti bobba'uun eegaa jiru.

Kongrasnii hanga torban dhufuutti hojii dhaabee kan jiru yoo ta'u magaalaan Waashingtan Dii Sii labsii yeroo hatattamaa jala torban lamaaf turti.

Kunis Demookraatichi Joo Baaaydiin Amajjii 20 bara 2021 kakata prezidaantii biyyatti eega ta'anii booda illee labsiin kun hojii irra tura.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG