FINFINNEE —
Tigiraay keessatti nagaan dhabamuu irraa kan ka’e miidhaa maddeen bu’uraalee misoomaa irra gahee fi tajaajilawwan danqamaniin, miidhaan qarshii biliyoona saditti tilmaamamu dhaqqabuu isaa, mootummaan Itiyoophiyaa beeksisee jira.
Qorannaa Polisiin Federaalaa dhaabbiilee miidhaan irra gahe jehdu irratti taasise jedhu kanaan kanneen adda baafamanii beekamanii ala kanneen qoratamaa jiranis ni jiru jedhame.