Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Haqa Qabeessa Gaggeessuu Barbaanna: Paartii Badhaadhinaa


Filannoo guutuu biyyaa ka Itiyoophiyaa baatii Waxabajjii dhufu keessa akka gaggeeffamuuf karoorfamee ilaalchisee qophii fi komii paartileen Oromiyaa keessa jiran qaban dhiyeessuu jalqabuun keenya ni yaadatama.

Ka biyya bulchu Paartiin Badhadhinaa qophiin isaa maal fakkaata? Komee paartilee morkattootaa irraa dhihaatuuf deebii maalii qaba?

Paartii Badhaadhiina Oromiyaaf itti gaafatamaa damee Sab-qunnamtii kan ta'an Obbo Taayyee Danda'aa waliin marii gaggeeffamee caqasaa.

Filannoo Haqa Qabeessa Gaggeessuu Barbaanna: Paartii Badhaadhinaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:32 0:00


XS
SM
MD
LG