Xurree ittiin seenan

Breaking News

Humnoonni Waraana Ameerikaa Sudaaniin Daawwataa Jiran


Faayilii - USS Winston Churchill
Faayilii - USS Winston Churchill

Sudaan toora biyyoota Ameerikaan shorokeessummaa gargaaru jechuun tareessite keessaa erga baatee booda humnoonni waraana Ameerikaa kunaawwan booda Sudaaniin daawwataa jiran.

Itiyoophiyaan Lafa Hektaara 250,000 Qamadii Akka Oomishaa JIrtu Dubbatte
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:00 0:00

Akka gabaasa Naabaa Moheddinitti angawoonni Sudaan doonii farra misaayilaa kan USS Winston Churchill jedhamu Wixata ennaa andaara galaana Sudaan dhaqqabu simatanii jiran.Ajajaa waraana gameessi humna galaanaa Sudaan Alnairii Hassan tuuta oduuf ibsa kennaniin dawwannaa kana akka yeroo murteessaa dha jechuun ibsan.

Hassan akka jedhanitti Sudaan Sudan Doonittii kana simachuutti hedduu gammaddi. Daawwannaan kun hariiroo laaffataa biyyoota lamaanii kan waggoota 30 booda ta’e dha. Dawwannichi bu’aa guddaa qaba, kunis hariiroon Yunaayitid Isteetisii fi Sudaan bakkatti deebi’uu akkasumas dooniin waraanaa biyyattii deebi’ee daawwachuu isaa mull’isa jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG