Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mormitoonni siyaasaa Dirre Dawaa keessatti dorgoman, bulchiinsichi “gandoota baadiyyaattiif barcuma bakka-bu’ummaa gitaa olii kenne” jedhan


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Mormitoonni siyaasaa bulchiinsa Dirre Dawaa keessatti dorgoman, bulchiinsichi “gandoota baadiyyaattiif barcuma bakka-bu’ummaa gitaa olii kenne” qeeqaa jiran.

Akka lakkoobsa uummataa bara 1999tti, jiraattonni ishee sadii keessaa harki lama magaalaa keessa ka tahe Dirre Dawaa keessatti, barcumoota mana-maree bulchiisa ishee barcumoota ramadaman 189 keessaa irra-jireessi gandeen baadiyyaaf kenname, jedhu mormitoonni.

Dhimma kana irratti kan gaafatame Boordiin Filannoo Itiyoophiyaa, kana sirreessuuf kan aaagoo isaa qabu, Bulchiisa magaalaa ti, jechuu isaa – Addis Chekkol Dirre Dhawaa irraa gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG