FINFINNEE —
Magaalaa Finfinnee fi zoonii addaa naannoo Oromiyaa keessati sibiillii adda addaa kan seeraan ala kuusame to’annoo jala ooluu isaa Polisiin Feederaalaa Itiyoopiaa beeksisee jiru.
Akka Komishiniin Polisii Feederaala beekisisetti bakkawan 17tti kan kuusamee sibiila toonii kuma hedduutti lakawamu tu qabame.
Gama biraatiin sibiilaa qabamee sana ragaa sobaa dhiheessuudhaan deebisanii fudhachuu namoottan yaalan Polisiin Federaalaa Itiyoophiyaa himee jira.