FINFINNEE —
Tibbana dhalattoonnni Itoophiyaa kumootaan lakkaawwaman biyyoota addunyaa garaa garaa keessa jiaratan ayyaana qillee kan bara 2014 ayyaaneffachuuf gara Itooyoophiyaa deemanii, achitti argamu
Namoonni gara Itoophiyaa kun isaanii waamicha muummeen ministira Itoophiyaa Abiyyi Ahmad namoota dhalatoonni itoophiyaa miiliyoonni tokko gara biyyaatti koottaa jedhan hordofanii kan deeman yoo ta'u kaan ammoo dhimma dhuunfaa isaaniif akka deeman dubbatu.
Namoota kana keessaa kanneen magaalaa finfinnee paarkii tokkummaa daawwataa turan haga tokko VOAn dubbisee jira.