Ministriin dantaa alaa kan Yunaaytid Isteetes qabiinsa mirga namoomaa bara 2021 kan ilaaleen gabaasa waggaa kan biyyoota addunyaa irra jiranii Roobii dabre ifa taasisuu isaa, oduu keenya guyyaa sanaa keessatti himnee turre.
Itiyoophiyaa fi Ertraa keessatti dhiittaa mirga namoomaa hamaan aangawootaa fi gareelee hidhataniin dhaqqabee jira, ka jedhu tarreessee jira - gabaasichi.