Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministeerrii Barnootaa Har’a Ibsa Kennee Jira


Faayilii - Barattoota qormaata fudhatan, Itoophiyaa
Faayilii - Barattoota qormaata fudhatan, Itoophiyaa

Barattonni naanoo walitti bu’iinsii jiru irraa qormaata Yunivarsitii seensisuu fudhatanii turan ammas irra adeebi’anii akka waan jalqabaati akka fudhataniif ministeerri barnootaa murteessuu isaa beeksisee jira.

Waajirri barnootaa kan bulchiinsa naannoo Amaaraa ba’ii qormaata biyyooleessa ilaalchisee gaaffii kaasuun isaa ni yaadatama.

Kana malees barattonnii dabalataa kan bulchiinsichaa 4339 Yunivarsitii guutummaa biyyatti keessa jiranti akka ramadamuuf jiru.Lakoobsii kun barattoota ba’ii qormaataa wal falmisiisaa ta’een warra darbanti dalata ta’uun ibsameera jechuun Masfiin Arraagee gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG