Addi Bilisummaa Oromoo ABO’n walitti bu’iinsaa fi wal-waraansi Oromiyaa keessatti geggeessamaa jiru hubannaa fi of eeggannoon qabamee furmaata argachuu qaba” jechuun ibsa baasee jira. Gama biraatiin Warraaqsi Biyyaalessaa Amaaraa, ABIN, ummatni Oromoo, dhumaatii dhalattoota Amaaraa Oromiyaa keessatti raawwatame balaaleffachuu qaba, jechuun ibsa kenne.