Miseensonni hawaasa Oromoo as Waashingten Disii fi naannawa ishee jiraatan, “Mootummaan Itiyoophiyaa waraansa Oormiyaa irratti geggeessaa jira,” ka jedhan balaaleffachuudhaan har’a waajira Ministrii Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis fuul-duratti hiriira bahanii jiran.