Feestivaalli Waggaa Federashiinii Isportii Oromoo Amerikaa Kaabaa yokaan OSFNA dumma torban kanaa irraa jalaqabee kutaa Minisootaa keessati taasifu tahuun hoogganni federeeshinichaa. Feestivaalicha ganna 25ffaaf geggeessamuuf jiru kana ilaalchisee Prezidantii OSFNA Adde Maaqfiraa Nuuree, Sagalee Ameerikaaf ibsa kennitee jirti.