Dargaggoo Amansiisaa Kumsaa jedhama. Amansiisaan miidhama qaro-, kuni akka kaayyoo isaa galmaan gahuurraa isan daangessine Sagalee Ameerikaatti himeera. Yunivarsiitii Amboo keessatti gosa barnootaa “Development Studies” ykn Qorannoo Misoomaa jedhamuun beekamuun barnoota digirii Maabaratee xumuruun qabxii olaanaa 3.88’n eebbifamuu isaa dubbata. Naakoor Malkaatu Amborraa Amansiisaafi barsiisota isaa keessaa dubbisuun gabaasaa qindeesse qaba. Daawwadhaa.
Forum