FINFINNEE —
Balaa hongee naannoo Oromiyaa Godina Booraana fi Naannoo Somaalii keessatti muudhateef mootummaan feederaalaa fi mootumoonni naannoo Yeroodhaan waan deebii hin kennineef midhaan dhaqqabuu isaa Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa guyyaa har’aa baaseen beeksisee jira.
Dhimma kana irratti akka deebii kennan mootummaa maannoo Oromiyaa fi Tajaajila Komunikeshiinii Mootummaa feederaalaa irraa debii argachuuf yaaliin taasifamee him milkoofne. Prezidaantiin naannoo Somaalee garuu, akka mootummaan auummata nannoo isaanii keessatti rakkate gargaarsa dhaqqabsiisuuf carraaqaa jiru dubbatan.
Forum