Minisitarri Fayyaa Itoophiyaa lammiilee harka qalleeyyii fi daandii irra jiraatan Kuma 100 ol ta'aniif tajaajila wal'aansaa adda addaa torban tokkoof turu tola kennuuf qophaa'uu isaa beeksisee jira. Kan gaazzexeessotaaf ibsa kennan Ministirri Fayyaa Dr.Liyaa Taaddasa ogeeyyii fayyaa sadarkaa Ispeeshaalistii irraa qabee sadarkaa adda addaa irra jiran tu tajaajila tola ooltummaa kanatti hirmaata, jedhan.
Forum