Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lolli Hidhattootaa fi Humnoota Mootummaa Jidduutti Gujii Lixaatti Geggeessamu, Deemsa Araaraa Burjii fi Gujii Jidduu Danqe Jedhame


Lolli Hidhattootaa fi Humnoota Mootummaa Jidduutti Gujii Lixaatti Geggeessamu, Deemsa Araaraa Burjii fi Gujii Danqe
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:13 0:00

Lolli Hidhattootaa fi Humnoota Mootummaa Jidduutti Gujii Lixaatti Geggeessamu, Deemsa Araaraa Burjii fi Gujii Danqe

Lolli hidhattootaa fi humnoota nageenyaa mootummaa jidduutti Gujii Lixaa Aanaa Soorro Barguddaatti gaggeeffamaa jiraa jedhame, araara Burjii fi Gujii jidduutti gaggeeffamuuf ture duubatti harkisuu abbaan Gadaa Jilo Mandhoo VOA’f himanii jiran. Jiraattonnis ammallee daangaawwan Gujii fi Burjiirratti walitti bu’iinsi akka jiru, lubbuun namootaa darbaa jiraachuu dubbatu. Bulchiinsi Godina Gujii Lixaa garuu yeroo ammaa humnootni nageenyaa naannochatti bobba’anii waan jiraniif wanni hagas yaaddessaan hin jiru, araarri bu’uuf jira jedha. Galmoo Daawit dabalata qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG