Itiyoophiyaa keessatti waggaatti haadholiin kuma 14 da’umsa irratti akka lubbuu dhaban ministArri fayyaa ibsee jira.
Daa’immaan kuma 87 ta’an rakkina fayyaa da’umsa irratti isaan mudatuun du’aaf akka saaxilaman ministeerichii ibsee jira. Ministeera fayyaatti daarektarri dhimmaa fayyaa haadholii fi daa’immannii Dr. Meseret Zelaalem hanqinni odeefannoo sassaabuu fi qindeessuu carraaqqii du’a kana hir’isuudhaaf taasisamutti akka danqaa tahee jiru dubbatan.
Forum