Sirni Awwaalaa Luba Bal’inaa Saarkaa guyyaa har’aa magaala Finfinnee, bakka awwaalacha Pheexiroos We Phaawuloos jedhamu bakka firoottan isaanii, hordoftoonni amantaa fi bakka bu’oonni mootummaa argamaniitti raaw’amee jira.
Sirnia geggeesaa isaanii irratti kan haasawa taasisan Prezidaantiin Waldaa wangeelaa Makaaneyesuus Lubni Yoonaas Yigezu, “Lubi Bal’inaan Gootaa Wangeelaa ti” jedhan. Kantiibaan magaala Finfinnee Aadde Adaanech Abeebe gama isaaniin Lubni Bald]’inaan nama jaalala fi fakkii tokkummaa ti jechuun ibsan.
Forum