Har'a ayyaanni cuuphaa guutummaa Itoophiyaa keessatti kabajama oolera. Paatriyaarkiin Mana amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa Abune Maatiyaas ayyaana cuuphaa magaalaa Finfinneetti kabajameera irraatti haasawa taasisaniin, "Egereen kan nama hunda dhiifamaa fi araaraan bakka turetti deebisnu, tokkummaa karaa haqaa fi walqixxummaan, nageenyaa keenyas kan itti ijaarru ta'uu qaba" jedhan.
Hirmatoonni ayyaanicha biyya alaa hedduunis sirna cuuphaa UNESCOn galmaa’e kana irratti kan argaman yoo ta’u, sirni kun nageenyi kaaba Itiyoophiyaa erga sararaa qabaaten booda kabajamuun isaa adda isaa tasiisaa jechuun ibsuun, nagaan kun akka itti fufu abdii qaban ibsaniiru.
Forum