Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ijaarsi Seeraan Alaa Diigamuun Ka Sirnaa Ti: Bulchiinsa Magaalaa Shaggar


Ijaarsi Seeraan Alaa Diigamuun Ka Sirnaa Ti: Bulchiinsa Magaalaa Shaggar
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:55 0:00

Ijaarsi Seeraan Alaa Diigamuun Ka Sirnaa Ti: Bulchiinsa Magaalaa Shaggar

Bulchiinsi magaalaa Shaggar kutaalee bulchiinsa magaalichaa keessatti ijaarsa seeraan alaa dhaabsisuuf tarkaanfii fudhateen dal'aa kuma dhibba tokkoo ol fi mana kuma 50 ol seeraan ala ijaaraman diiguu ibseera.

Ijaarsa seeraan ala raawwatamee diigamaa jiru ilaalchisuun tibbana kan ibsa baase komishiniin mirga namoomaa Itoophiyaa tarkaanfiin ijaarsa seeraan alaa irratti raawwatamaa jiru humnaan dabaalameeti jechuun ibsee jira.

Bulchiinsii magaalaa shaggar gama isaatin ibs i komishinii mirga namoomaa Itoophiyaa, odeeffannoo gama tokkoon walitti qabamedha jechuun waanti qabatamaan lafa jiruu fi ibsichi walii adda jechuun Ibseera

Yaada bulchiinsi magaalaa shaggar ibsa komishinii mirga namoomaa ilaalchisuun kaase irratti, komishinicha irra deebii argachuuf carraaqqiin taasisne hin milkoofne jechuun Tsehaay Daamxoo gabaasteetti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG