Xurree ittiin seenan

Breaking News

Artistoonni Badhaasa Muuziqaa Haacaaluu Hundeessaa Baranaa Badhaafaman Badhaasicha Daran Cimsuuf Tumsa Barbaachisa Jedhan  


Artistoonni Badhaasa Muuziqaa Haacaaluu Hundeessaa Baranaa Badhaafaman Badhaasicha Daran Cimsuuf Tumsa Barbaachisa Jedhan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:04 0:00

FINFINNEE - Yaadannoo Hacaaluu Hundeessaaf jecha Waxabajjii 29’rratti waggaa waggaan kan gaggeeffamu sirni badhaasa muuziqaa Hacaaluu Hundeessaa kamisa darbe kana gaggeeffameera.

Miseensi koree badhaasa kanaa Lalisaa Idris Adam, sirnicha irratti baadhaasi akaakuu adda addaa 12 fi addatti ammoo badhaasi lama kennamuu VOA'f himee jira. Hirmaattonni fi artiistonni badhaasicha injifatan Badhaasichi fooyya’aa dhufuu dubbatanii daran cimsuuf tumsi dabalataa taasifamuu akka qabu eeran.

Hoji gaggeessituu Faawundeeshinii Hacaaluu Hundeessaa kan taate haati Warraa Artiisti Hacaaluu, Faantuu Demissee dubbii saganticharratti taasisteen, ajjeechaa Hacaaluu irratti raaw’atameef ammallee haqa akka hin argatiin dubbattee jirti. Kan sirnicha irratti argame Galmoo Daawwit dabalata qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG