Geerarrasi karaa itti Oromoon yaada isaa ibsatu keessa tokko - walaloo fi yedAloo mataa isaa qaba. walaloon geerarsaa walaloo biraa irraa addaa? Sabni biraa geerarsa hookanimmoo waan isaan walfakaatu qaba? Dubartiin in geerrarttii? Dhaloonni haaraan walaloo geerarsaa ofii qopheefatee geerrara moo akkaakayyuu fi abaabayyuu isaa irraa dhaale geerara?
Dhimma kanarratti Bafqaaduun waloo beekamaafi qorataa waa’ee walaloo Oromoo Obbo Zelaalem Abarraa wajjin marii godheera.
Forum