Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaa Hosaa’inaatti Qonnaan-bultoonni Hanqina Xaa’oo Isaan Mudate Morman Poolisiin To’ataman 


Prezidaantii mana murtii Godina Gaammoo obbo Cubaaroo Condoroo
Prezidaantii mana murtii Godina Gaammoo obbo Cubaaroo Condoroo

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo sabaa fi Sbalammoota Kibba Itiyoophiyaa Godina Hadiyyaa magaalaa Hosaa’inaatti Kibxata darbe qonnaan bultoonni hanqinni xaa’oo jiraachuu morman ja’a hidhamuu jiraattoonni Sagalee Ameerikaatti himan. Akkan namoonni Sgaleen Ameerikaa dubbise himanitti qonnaan bultoonni to’annaa jala oolfaman kun mana murtiiti osoo hin dhiyyeeffamiin jiraachuu fi himannaan irratti banames hin jru jedhaniiru.

Magaalicha keessatti mormii qonnaan bultootaa kabna bittimsuuf poolisii dhukaasa dhukaasulee namoonni ijaan argine jedhan dubbataniiru. Yeroo poolisiin mormii qonnaan bultootaa kana bittimsuuf yaaluutti kanneen miidhaan irra ga’es jiraachuu jiraattoonni himaniiru jedha gabaasni Hawaasaarraa Yoonaattan Zambiiyoos erge

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG