Waggaa 13n dura yemmuu gara Amerikaatti imaluu dhaaf qophooftu wanti isheen Abjootaa turtee fi, erga dhuftee boodaa wantii qabatamaan ishee muudaate samii fi lafa. Daa’ima ishee wajjin bu’aa ba’ii dabarsite kitaabatti barreesitee jirti. Maqaan kitaaba isheen Afaan Engiliziitiin barreesite “of course undreamed/ waan hin abjootamne” jedha. Yemuu isheen Poortland/ Oregon irraa kitaabaa ishee beeksisuudhaaf qophii OSFNA barana irraati argamete Bafqaaduun argee wajjin haasa’ee jira.
Imala jireenyaa essaa akka jalqabdee ibsa isheen nuuf kenniteen marii kitaaba ishee irratti taasifame jalqabna.
Forum