Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxalaa: Naannoo Amaaraa Keessattis Tahe Itiyoophiyaa Keessatti Labsiin Yeroo Muddamaa Furmaata Waaraa Fiduu Hin Danda’u  


Xiinxalaa: Naannoo Amaaraa Keessattis Tahe Itiyoophiyaa Keessatti Labsiin Yeroo Muddamaa Furmaata Waaraa Fiduu Hin Danda’u  
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:31 0:00

Rakkoo nageenyaa Naannoo Amaaraa keessatti Uumamerraa ka’uudhaan Manni Mmaree Bakka bu’oota Uummataa Itiyoophiyaa labsii yeroo muddamaa kan ji’oota Ja’aaf turu raggaasiseera. Kanumaan wal-qabatee rakkoo nageenyaa naannoo Amaaraa keessaa fi haala waliigala Itiyoophiyaa keessaa irratti Mitikkuu Fiqaaduu Yunivarsitii Maayaamiitti barsiisaa seenaa, akkasumas qorataa fi xiinxalaa dhimma siyaasaa gaanfa Afiriikaa ka tahan Doktor Ittaanaa Habtee gaafatee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG