Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Abiyyi Ahimad bara 2018tti yommuu gara aangootti dhufan, yeroon bulchiinsa isaanii humna jijjiiraama ceehumsaa jedhamuun namoota siyaasaa, akkasumas qaamoolee mootummaa isaaniitiin waamamaa ture. Gama biraan raafamni siyaasaa Itiyoophiyaa keessa haga ammaayyuu hin dhaabanne.
Kana irraa ka’uudhaan ennaa ilaalamu mootummaan muummicha ministaraa Abiyyi Ahimad ammayyuu yeroo jijjiiramaa keessa jiraa?.Kana irratti Mitikkuu Fiqaaduu hooggantoota paartiilee Siyaasaa dubbisuun qophii qindeesse qaba.
Forum