Leenjjisaan atileetiksii, Irreessi Kumaa Toossaa Qoottu seenaa atileetiksii Itoophiyaa keessatti, keessumaa fiigichaa dheeraa ka meetira kuma shani fi kudhaniin atileetootaa milkaa'an heedduu leenjjisuun beekamu. Atileet Daraartuu Tulluu fi Atileet Qanannissaa Baqalaa atileetoota bebbeekamoo isaan leenjjissan keessaa ti. Atileetii gameessa kana dubbisnee jirra.
Forum