Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsi Yeroofii Naannoo Tigiraay Mootummaa Federaalaa  Itiyoophiyaa Waliin Marii Taasisuuf Gaafate 


Obboo Getaachoo Raddaa (Suuraa faayilii)
Obboo Getaachoo Raddaa (Suuraa faayilii)

Bulchiinsi Yeroo kan naannoo Tigiraay akka walii galtee Piriitooriyatti mariin siyaasaa mootummaa Federaalaa waliin akka taasifamuuf waamicha dhiyyeesse. Dubbi himaan bulchiinsa mootummaa Yeroo naannoo Tigiraay Amaanu’eel Asaffaa Sagalee Ameerikaaf akka ibsanitti walii galteen Piriitooriyaa mariin siyaasaa taasifamuun garaagarummaan jiru mariin furamee gara nagaa waaraatti dhufuudha jedha.

Kunis hojiitti akka hiikamuuf Gamtaa Afiriikaaf gaaffii dhiyyeessinee deebii eeggataa jirrsa jedhaniiru. Naannoon Tigiraay rakkoo hamaa ammayyuu hin furamiin keessa jiras jedhaniiru Obbo Amaanu’eel jechuun Finfinneerraa Gabire Mikaa’eel Gabire Meedihiin.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG