Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommii Biyya Laatiiviyaa, Magaalaa Riigaatti Geggeessamerratti Milkaa’an  


Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommii Biyya Laatiiviyaa, Magaalaa Riigaatti Geggeessamerratti Milkaa’an  
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:02 0:00

Shaampiyoonaa Atileetiksii daandii irraa biyya Laatiiviyaa Rigaatti kaleessa yeroo jalqabaaf doorgomamee irratti Itoophiyaan fageenya garaagaraattin injiffatee jirti.

Keessuma fageenya maayila 1 dubartoota gidduutti dorgomameen, Atileet Dirribee Waltajjii daqiiqaa 4 fi sekoondii 21’n rikeerdii Addunyaa fooyyessuun injifattee jirti. Atileet Fireewayinii Hayiluun ammoo 2ffaan xumurte. Dorgommii kana ni injifatti jedhamee kan eeggamtee turte - atileettin Keeniya Feez Kipyegoon 3ffaa ta’uun xumurte.Gabaasaan keenya Eebbissaa Naggassaa Rigaatti argamun atileetoota fi Leenjjistoota dubbisee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p
More
XS
SM
MD
LG