Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromoo Isiraa’el Keessa Jiraatu: Waraansa Ammaa Deemaa Jiru  Furuuf Maal Gochuu Akka Danda’amu Tilmaamuun Rakkisaa dha 


Oromoo Isiraa’el Keessa Jiraatu: Waraansa Ammaa Deemaa Jiru  Furuuf Maal Gochuu Akka Danda’amu Tilmaamuun Rakkisaadha 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:40 0:00

Oromoo Isiraa’el Keessa Jiraatu: Waraansa Ammaa Deemaa Jiru  Furuuf Maal Gochuu Akka Danda’amu Tilmaamuun Rakkisaadha 

Lolli Israa’elii fi garee hidhatoota Hamaas gidduutti taasifamaa jiru guyyaa Shanaffaadhaaf itti fufee jira. Mootummaan Israa’el magaalaa Gaazaa irratti haleellaa haalo-bahinsaa xiyyaaraa raawwachuuu eegalte ittuma fuftee jirti.

Gareen Hamaasis ammayuu Rookeetii furguggeesuuf miidhaa geessisuu hin dhiifne. Hallii yeroo ammaa Israa’el keessaa jiru maal fakkaata, ka jedhu irratti Dooktorr Diribaa Baane magaala Rihooboot, kan magaalaa Tel Aviiv irraa gara Kiiloo Meetira digdamaa gara Kibbaatti fagaatu irraa haasofsiifnee jirra. Haala achi jirru ibsuun eegalu.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG